Numbers 26:62 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami Lawi ka d'iira, ka haga d'alate jia toko jirufi ka artini oli nama 23,000. Worra kana Israeli keesa koba t'aafani, maro worri qooda lafa gosa Israeli keesa inqamneefi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namni dhalatee ka umuriin isaa ji'a tokkoo fi ka achii olii dhiirti maruu isaan keessaa worri laakkayaman namoota kuma diddamii sadihiiti; ijoollee Israa'elii keessatti waan ristiin isaanii hin kennamneef ijoollee Israa'elii woliin hin laakkayamne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Dhiirti Lewwootaa ka dhalatanee ji'a tokkootii fi ji'a tokkoo olii kuma diddamii sad; odduu Israa'eloota kaaniititti latti waan isaaniif hin kennaminiif, isaan Israa'eloota kaan woliin hin laakkowanne.