Numbers 26:64 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami Israeli tokoleeni ka Musafi Harunini gaafa henna qara lafa aloo ta Sinai keesati hedani, inhamne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Garuu hennaa Muuse'ee fi gadichi Aaroon ijoollee Israa'elii gammoojjii Siina'aatitti laakkayan isaan keessaa worri laakkobsa irraa hafe hin jiru.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Muuse'ee fi Aaroniin hayyichi lafa goomolee Siina'aa keessatti Israa'eloota yennaa laakkowane isaan kana keessaa nami tokkolle Israa'eloota laakkowamane san keessa hin jiru.