Numbers 26:65 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi qara waan jed'e, Worri kuni ch'ufti lafa aloo tana keesati duani jed'e. Duuba Kalebu ilma Yefunetifi Yoshua ilma Nuni male tokoleeni inhamne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi waan isaanii «Isaan dhugamaan lafa gammoojji'ii keessatti dhuman!» jedhee waan dubbateeruuf ilma Kaaleebii Yoofoonii ilma Nawwe'ee Iyyaasuu malee isaan keessaa namni tokkollee hin hafne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa Israa'elooti sun goomolee keessatti akka dhumatanu waan itti himeeruuf, isaan keessaa Kaalebii ilma Yofuneetii fi Iyaasuu ilma nunii malee, nami tokkolle hin hanne.