Numbers 26:9 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
ilmaani isaa. Nemueli, Dathani, Abiramu. (Dathanifi Abiramuni kunini worra gumiini fohate. Worri Musafi Harunini morke, worra goli kora, ka AABBO Waaqa dide kaani, gula bahe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
ijoolleen Eeliyaabii Naamu'eel, Daataanii fi Aberoon; Daataanii fi Aberoon worra banii keessaa filataman; hennaa isaan gosa Qore'ee woliin Rabbitti ka'an Muuse'ee fi Aarooniin lolan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
ilmaan Eliiyaabii: Nemu'el, Daataanii fi Abiiram; Daataanii fi Abiiramiin kun qondaaltota kolba'aa worra Muuse'ee fi Aaroniin mormane. Akkasuma yennaa Qoraahii fi goliin isaa Mootii Waan Maraa irratti finqila kaasane isaan woliin jiraniiyyu.