Numbers 27:11 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hojja inni oboleyaani yokhaani abbaani isaaleeni oboleyaani inqamne, ha miilooni isaa aantiini d'aaltuti. Tunini ha worra Israeliti aadaafi seera taatuti, akuma anini AABBO Waaqi siti hime.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Obboleewwan abbaa isaa yoo hin jirree worra keessaa fira isatti dhiyaatuu kennaa'a; inni ristii isaa san haa dhaaluu; seerri kun akkuma Rabbi Muusee ajaje seeraa fi murtii ijoollee Israa'eliitiif haa ta'uu» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Abbaan isaa yoo obboleeyyan hin qabaatin, karra isaa fira aantii isaatiif kenna'a; inni dhaaluu ti; akkuma ani Mootiin Waan Maraa si ajaje, kun kolbaa Israa'eliif qajeelfama seeraa te'uu ti› jedhi» jedhe.