Numbers 27:14 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti akanatiifi isani lachu nani morkitani lafa aloo ta Sini keesati, gaafa gumiini ch'ufti Meribati nati gungumte, isani na d'aarefatani gumi ch'ufa durati na ch'eersitani (Meribani maddo Kadeshi lafa aloo ta Sini keesa.)
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isin lachuu waan lafa gammoojjii Siiniititti ajaja kiyya diddanii fi baniin maruu uduu burqaa mariiba'aa bira jiran hunna kiyya jabaa waan isaanitti mudhisuu diddaniif; kunillee burqaa bisaan mariba'aa ka lafa gammoojjii Siinii lafa Qaadeesii bira jiru» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
sababille yennaa kolbaan bisaan goomolee Ziinii keessaa biratti na finqilte, isin lamaanuu ila isaanii duratti ana woyyoonsuu diddanee ajaja kiyyaaf ajajamuu diddaneertan. Bisaan kun Bisaan Mariiba'aa ka Qaadesh keessaa ka goomolee Ziinii keessaa ti» jedhe.