Numbers 27:16 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ee AABBO Waaqa, ka lubbu nama ch'ufa harkaa qabdu, anini si kad'ad'a, nama gumi tanaani deeme
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Baniin Rabbii akka tika tissee hin qabnee akka hin taane nama isaan afoo deemu, nama isaan bobbaasu, nama isaan baasee galchu, nama tokko isaanii muudi»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Ee Mootiin Waan Maraa, Waaqa jiruu nama maraa, kolbaa tana irratti nama tokko fili!