Numbers 27:18 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi waan Musani jed'e, Yoshua ilma Nuni, nama jaba lubbu qabu, fuud'i, harka kanke mata isaa ira kayi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi Muuse'een, «Nama Hafuura Rabbii uf keessaa qabu ilma Nawwe'ee Iyyaasuu fuudhiitii harka kee irra kaayi;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre Mootiin Waan Maraa Muuse'een, «Iyaasuu ilma Nunii, nama Ayyaanni keessa jiru fuudhiitii, harka keeti isa irra keyi;