Numbers 27:20 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jabeenna kanke haga toko kennifi, aka gumiini Israeli ch'ufti isaa d'ageetu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Baniin ijoollee Israa'elii maruu akka isaa ajajamu ulfinna kee irraa qoodiif, baallii kee kenniif.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Wolde'i Israa'elii duudiin akka isaaf ajajamu, baallii teeti irraa garii isaaf kenni.