Numbers 27:3 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Abbaani kenna ilma male lafa aloo keesati due. Inni worra goli Kora ka AABBO Waaqaani morke keesa injiru, ammo maruma daba ufitifi due.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Abbaan keenna lafa gammoojji'iititti cubbuu ufiitiin du'e malee Qoree woliin Rabbitti ka'an hin turre;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Abbaan keenna goomolee keessatti du'e. Inni worra Mootii Waan Maraa mormiisaaf wolitti qabame, golii Qoraahii keessa hin jiru; inni ilmaan adoo hin uumatin cubbuma ifiitiin du'e.