Numbers 27:4 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan inni ilma inqamneefi maqa isaa Israeli keesa balleesani? Oboleyaani aabboo woliini qooda lafa ka nu d'aalu nu kenna!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
abbaan keenna yoma ilmallee hin qabnee gosa ufii jiddu'utti maaf maqaan isaa bada? Obboleewwan abbaa keennaa biratti ristii nuu kenni» jedhan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ilma waan hin uumatiniif, maqaan abbaa keennaa fira isaa keessaa maaf bada ree? Fira abbaa keennaa oddu'utti lafa nuu kenna'a» jette.