Numbers 27:7 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti dubriti Selofahadi kad'attu d'uga, Fiit'a abba isaani woliini qooda lafa kennifi aka worri waan isaa d'aalu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Ijoolleen Salapha'aadii dhugaa dubbattee obboleewwan abbaa isaanii biratti ristii gayee abbaa isaanii kenniif.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Wonni ijoolleen durraa ta Zelofehaadii gaafatte sirri'i; odduu fira abbaa isaaniititti lafa isaaniif kenni; dhaalli abbaa isaanii gara isaanii akka dabaru godhi.