Numbers 27:8 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammalle waan atini worra Israeli ch'ufaani jettu, Hojja nami ilma male due, ha dubarti isaa d'aaltuti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ijoollee Israa'eliititti akkana jedhii himi; namni tokko yoo du'e yoo ilma hin qabne, ristii isaa san mucattiin isaa haa dhaaltuu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ati kolbaa Israa'eliitiin, ‹Nami tokko ilma adoo hin uumatin yoo du'e, ijoolleen durraa ta isaa karra isaa akka dhaaltu godha'a.