Numbers 28:10 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Sorio gubani tana guyya Sabato ch'ufa ha baasaniiti, waan guyya ch'ufa daad'i woliini baasani male.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kennaa ciinca'aa ka hennaa maraa ciincawuu achi, kennaa waan dhuganiitii achi, wonti isin sambata maraa ciincessitan kana.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kun kennansa Sanbata mara gubamu, ka kennansa daadhii woyni'iitii fi kennansa guyyuma guyya'aan gubamu irratti dabalamee dhikaatu.