Numbers 28:11 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Guyya baatini d'alattu ch'ufa sorio akana tana guba, Waaqaa baasa: jiboota kormaa lama, elemo toko, elemiye ilmoole hoola torba ta ganna toko, ka horini kuni ch'ufti aabo womatu inqamne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Jalqaba ji'aa guyyaa duraa ciincaan isin Rabbii ciincessitan jiboolee lama, korbeessa hoola'aa tokko, korbeeyyii hoola'aa torba ta mudaa hin qabne ta woggaa tokkoo,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Ji'uma ji'aan guyyaa qaraa kennansa gubamu dardaroota fafa hin qanne lama, korbeessa hoole'ee ka fafa hin qanne tokkoo fi buruusoo korbeeyyii hoole'ee ta woggaa tokkoo ta fafa hin qanne torba ana Mootii Waan Maraatiif dhikeessa'a.