Numbers 28:12 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Mid'aani Waaqaa baasani, dargaye daakhani d'ad'ani wolti makhani baasa: jiboota koromi suni ch'ufa woliini dargaye daakhaani ta kilo sadi; elemo woliini kilo lama;
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Jibicha maraafuu kennaa midhaanii ka dhadha'aan sukkuumame kudhan keessaa harka sadihii, daakuu mishaa korbeessa hoola'aatiifillee kennaa midhaanii daakuu mishaa dhadhaa ejersaatiin sukkuumame kudhan keessaa harka lamaa,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akkasuma dardara tokko tokkooyyuu woliin kennansa midhaanii bullaa dansaa kiiloogiraama sad ta zayitii ejersaatiin sukkuumante, korbeessa hoole'ee tokko woliin kennansa midhaanii bullaa dansaa kiiloogiraama lama ta zayitii ejersaatiin sukkuumante,