Numbers 28:13 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
elemiye ilmoole hoola ch'ufa woliini kilo toko. Wonti gubani baasani kunini sagale Waaqaa baasani, ta ch'inch'aani isii isa gammachiiftu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
korbeeyyii hoola'aa maraafuu kennaa midhaanii ka daakuu misha'aa ka dhadha'aan sukkuumame akka ciincaa urgaawaa Rabbii ta'u ibidda irratti ciincessitan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
buruusoo korbeeyyii hoole'ee tokko tokkooyyuu woliin, kennansa midhaanii bullaa dansaa kiiloogiraama tokko ta zayitii ejersaatiin sukkuumante dhikeessa'a; kun kennansa ibiddaan gubamu ka foolee dansaa qabu ka ana Mootii Waan Maraa gammachiisu.