Numbers 28:19 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan kana sorio gubani baasani, AABBO Waaqaa baasa: jiboota koromi lama, elemo toko, elemiye ilmoole hoola torba, ta ganna toko, ta tamu tokole aabo womatu inqamne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ciincaa ibiddaan ciincaye Rabbii dhiyeessitan; jiboolee lama, korbeeyyii hoola'aa torba ta woggaa tokkoo ta mudaa hin qabne Rabbii dhiyeessaa'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Dardara lama ka fafa hin qanne, korbeessa hoole'ee tokko ka fafa hin qanne, buruusoo korbeeyyii hoole'ee ta woggaa tokkoo torba ta fafa hin qanne, kennansa gubamu ana Mootii Waan Maraatiif qopheessa'a.