Numbers 28:2 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan atini gumi Israelitini jettu, sagale gubani na baasu maltani ta ch'inch'aani isii na gammachiiftu, guyya isi baasu malani naa baasa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Ijoollee Israa'elii akkana jedhii ajaji; midhaan fooliin isaa urgaawu ka ibiddaan bilchaate, kennaa godha'aatii naa dhiyeessaa'a»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Ati Israa'eloota ajajiitii: Kennansa sagale'ee ka ibiddaan gubamee naaf dhikaatu, ka foolee dansaa qabu ka na gammachiisu, yennaa isaatitti akka naaf dhikeessanu itti himi.