Numbers 28:20 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Dargaye daakhani ta d'ad'ani wolti makhanile baasa: kilo sadi jiboota koromi suni woliini kilo lama elemo woliini,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kennaa keessan ka midhaaniillee daakuu mishaa dhadha'aan sukkuumame jibicha tokko; korbeessa hoola'aatiif garuu daakuu mishaa dhadha'aan sukkuumame kudhan keessaa harka sadihii, korbeessa hoola'aatiifillee kudhan keessaa harka lamaa,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Dardaroota tokko tokkooyyuu woliin kennansa midhaanii bullaa dansaa kiiloogiraama sad ta zayitii ejersaatiin sukkuumante, korbeessa hoole'ee tokko woliin bullaa dansaa kiiloogiraama lama dhikeessa'a;