Numbers 28:23 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan guyya ch'ufa gubani Waaqaa baasani male waan kanale baasa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ciincaa ganama ganama dhiyaatuun ala ciincaa kanniin dhiyeessitan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan kana kennansa gubamu ka guyyuma guyya'aan ganama ganama dhikaatu irratti dabala'aatii dhikeessa'a.