Numbers 28:24 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Karuma kanaani haga guyya torba sagale gubani AABBO Waaqaa baasani ta ch'inch'aani isii isa gammachiiftu baasafi waan guyya ch'ufa gubani daad'i woliini baasani male, waan kana baasa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kennaa midhaanii urgaawaa Rabbiin gammachiisu akka kanaan guyyaa torbanuu Rabbii ciincessitan; wonti isin hennaa maraa guyya guyya'aan dhiyeessitan kun edaasaa ciincaa waan nyaataniitii fi ka waan dhuganiiti.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akka kanaan, kennansa sagale'ee ka ibiddaan gubamu ka foolee dansaa qabu ka ana Mootii Waan Maraa gammachiisu, guyyaa torbaaf guyyuma guyya'aan dhikeessa'a. Kun kennansa daadhii woyni'iitii fi kennansa gubamu ka guyyuma guyya'aan dhikaatu irratti dabalamee dhikaata.