Numbers 28:26 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Guyya qaraa ka gaafa jila mid'aani murani, hojja isani mid'aani keesani ka qaraa murattani AABBO Waaqa baaftani, guyya suni woliwoldaa, huji inhojatina.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa ayyaana midhaan haama'aa guyyaa duraa kennaa midhaanii ka duraa Rabbii dhiyeessitan wol gayii woyyuu isinii haa ta'uu; hujii maraa hin hojjatinaa'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Guyyaa midhaan matoomaa galfatanu, kennansa midhaan haareyaa ana Mootii Waan Maraatiif yennaa dhikeessitanu, jila teessan ta torbaan torbaatitti, yaa'ii woyyittii godha'a malee ijjumaa hujii hin hujina'a.