Numbers 28:3 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Sagaleni gubani AABBO Waaqaa baasani tana: sorio guyya ch'ufa gubani Waaqaa baasani ha elemiye ilmoole hoola lama, ta aabo womatu inqamne, ta ganna toko qalaniti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Wonti kennaa ciinca'aa ka isin ibidda irratti naa dhiyeessitan ciincaa hennaa maraa ciincawu, korbeeyyii hoola'aa lama ta mudaa hin qabne, guyya guyya'aan naa dhiyeessitan isaaniin jedhi.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Kennansi ibiddaan gubamee guyyuma guyya'aan isin naaf dhikeessitanu kana: buruusoo korbeeyyii hoole'ee ta fafa hin qanne, ta woggaa tokko tokkoo lama kennansa gubamu,