Numbers 28:31 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan guyya ch'ufa gubani Waaqaa baasanifi mid'aani Waaqaa baasani male, sorio tanaafi daad'ile Waaqaa baasa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ciincaan dhiyeessitan kun ciincaa hennaa maraa Rabbii ciincawu ka kennaa midhaaniitii fi ka waan dhuganiitiin ala dhiyeessitan; kennaan ciinca'aa kun ka mudaa hin qabne haa ta'uu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kun kennansa daadhii woyni'ii woliin kennansa gubamu ka guyyuma guyya'aan dhikaatuu fi kennansa midhaanii ka isaanii irratti dabalamee dhikaatuu ti. Horiin dhikeeffame kun ka fafa hin qanne akka te'e hubadha'a.