Numbers 28:9 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Guyya Sabato, elemiye lama, ta ganna toko, ta aabo womatu inqamneefi kilo lama ta dargaye daakhani, ta d'ad'ani wolti makhani, aka sorio gubani daad'i woliini baasa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Guyyaa Sambataa korbeeyyii hoola'aa lama ta mudaa hin qabne ta woggaa tokkoo kennaa midhaanii ka dhadhaa ejersaatiin sukkuumame kudhan keessaa harka lamaa daakuu misha'aa fi kennaa waan dhuganii dhiyeessitan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Guyyaa Sanbataa buruusoo korbeeyyii hoole'ee ta woggaa tokko tokkoo ta fafa hin qanne lama, daadhii woyni'iitii fi kennansa midhaanii bullaa dansaa kiiloogiraama lama ta zayitii ejersaatiin sukkuumante woliin dhikeessa'a.