Numbers 29:11 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammalle korbeesa toko sorio dabaani ufi iraa baasani baasa, korbeesa aada namaani qulqulleesani qalani woliini, sagale guyya ch'ufa gubani Waaqaa baasanifi daad'i baasanile baasa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Korbeessa re'e'ee ka ciincaa cubbu'uutiif dhiyaatu dhiyeessaa'a; ciincaan araaraa ka waan cubbu'uutiif dhiyaatu kun ciincaa hennaa maraa dhiyaatu; ka midhaaniitii fi ka waan dhuganiitiin ala dhiyaata.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Gumaa kennansa araaraa cubbu'uutiif kennansa guyyuma guyya'aan gubamu kennansa midhaanii ka isaatii fi kennansa daadhii woyni'ii ka isaaniititti dabala'aatii kennansa araaraa cubbu'uutiif korbeessa re'e'ee tokko dhikeessa'a.