Numbers 29:13 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Guyya qaraa sagale gubani Waaqaa baasani, ta ch'inch'aani isii isa gammachiiftu, AABBO Waaqaa baasa: jiboota koromi kud'ani sadi, elemiye lama, ammalle elemiye ilmoole hoola kud'ani afuri, ta ganna toko, ta tamu aabo womatu inqamne baasa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ciincaan ciincayu ka isin Rabbii dhiyeessitan jiboolee kudha sadihii, korbeeyyii hoola'aa lama, korbeeyyii hoola'aa kudha afur ta mudaa hin qabne ta woggaa tokkoo.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Dardaroota kudhanii sad ka fafa hin qanne, korbeeyyii hoole'ee lama ta fafa hin qanne, buruusoo korbeeyyii hoole'ee ta woggaa tokko tokkoo kudhanii afur ta fafa hin qanne kennansa gubamu ka foolee dansaa qabu ka ana Mootii Waan Maraa gammachiisu dhikeessa'a.