Numbers 29:18 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan kana, waan guyya qaraa baasani kaani ch'ufa woliini baasa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kennaa midhaaniitii fi ka waan dhuganii ka mirgoole'eetii fi ka korbeeyyii hoolotaa, ilmoolee korbeeyyii hoolotaa akka laakkobsa isaaniitii fi akka seeraatitti
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Dardaroota san, korbeeyyii hoole'eetii fi buruusoo korbeeyyii hoole'ee san woliin kennansa midhaaniitii fi kennansa daadhii woyni'ii ka isaanii akkuma seera laakkossa isaaniitiif tumameetitti qopheessa'a.