Numbers 29:2 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Sorio gubani ta ch'inch'aani isii isa gammachiiftu AABBO Waaqa baasa: jibicha korma toko, elemo toko, elemiye ilmoole hoola torba, ta ganna toko, ta kamu aabo womatu inqamne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ciincaan urgaawaan isin Rabbii dhiyeessitan jibicha tokko, korbeessa hoola'aa tokko, korbeeyyii hoola'aa torba ta mudaa hin qabne ta woggaa tokkoo.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Dardara tokko ka fafa hin qanne, korbeessa hoole'ee tokko ka fafa hin qannee fi buruusoo korbeeyyii hoole'ee ta woggaa tokko tokkoo torba ta fafa hin qanne, kennansa gubamu ka foolee dansaa qabu ka ana Mootii Waan Maraa gammachiisu dhikeessa'a.