Numbers 29:21 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan kana, waan guyya qaraa baasani kaani ch'ufa woliini baasa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
ciincaan kennaa midhaanii ka isin mirgoole'eef korbeeyyii hoolotaa ta mudaa hin qabneef dhiyeessitan akka laakkobsa isaaniitiin akkuma seeraatitti dhiyeessitan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Dardaroota san, korbeeyyii hoole'eetii fi buruusoo korbeeyyii hoole'ee san woliin kennansa midhaaniitii fi kennansa daadhii woyni'ii ka isaanii akkuma seera laakkossa isaaniitiif tumameetitti qopheessa'a.