Numbers 29:22 — Compare Translations

2 translations compared side by side

Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Korbeessa re'e'ee ka ciincaa cubbu'uutiif dhiyaatu kennaa midhaaniitii fi ka waan dhuganiitiin ala dhiyeessaa'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kennansa guyyuma guyya'aan gubamu kennansa midhaaniitii fi kennansa daadhii woyni'ii ka isa woliin dhikaatu irratti dabala'aatii kennansa araaraa cubbu'uutiif korbeessa re'e'ee tokko qopheessa'a.