Numbers 29:23 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Guyya afreeso jiboota koromi kud'anifi elemiye lama, ammalle elemiye ilmoole hoola kud'ani afuri ta ganna toko, ta kamu aabo womatu inqamne, baasa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Guyyaa arfeesso'oo mirgoolee kudhanii, korbeeyyii hoola'aa lama, korbeeyyii hoola'aa ta mudaa hin qabne ta woggaa tokkoo kudha afur, ka kennaa midhaaniitii fi ka waan dhuganiitiin dhiyeessitan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Guyyaa arfeesso'oo dardaroota kudhan ta fafa hin qanne, korbeeyyii hoole'ee lama ta fafa hin qannee fi buruusoo korbeeyyii hoole'ee ta woggaa tokko tokkoo kudhanii afur ta fafa hin qanne qopheessa'a.