Numbers 29:26 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Guyya shaneeso, jiboota koromi sagalifi elemiye lama, ammalle elemiye ilmoole hoola kud'ani afuri, ta ganna toko, ta kamu aabo womatu inqamne, baasa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Guyyaa shaneesso'oo mirgoolee sagal, korbeeyyii hoola'aa lama, korbeeyyii hoola'aa ta mudaa hin qabne ta woggaa tokkoo kudha afur,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Guyyaa shaneesso'oo dardaroota sagal ta fafa hin qanne, korbeeyyii hoole'ee lama ta fafa hin qannee fi buruusoo korbeeyyii hoole'ee ta woggaa tokko tokkoo kudhanii afur ta fafa hin qanne qopheessa'a.