Numbers 29:27 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan kana, waan guyya qaraa baasani kaani ch'ufa woliini baasa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ciincaan midhaanii ka mirgoole'ee, korbeeyyii hoola'aatii fi korbeeyyii hoola'aa ta woggaa tokkootiif dhiyeessitan akka laakkobsa isaaniitii fi akka seeraatitti
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Dardaroota san, korbeeyyii hoole'eetii fi buruusoo korbeeyyii hoole'ee san woliin kennansa midhaaniitii fi kennansa daadhii woyni'ii ka isaanii akkuma seera laakkossa isaaniitiif tumameetitti qopheessa'a.