Numbers 29:3 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Dargaye daakhani, ta d'ad'ani wolti makhanile, baasa: Kilo sadi jibicha korma suni woliini, kilo lama elemo kaani woliini,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kennaa midhaaniitiif garuu daakuu mishaa dhadhaa ejersaatiin sukkuumame kudhan keessaa harka sadihii, jibicha tokkoo fi korbeessa hoola'aatiif daakuu mishaa dhadhaa ejersaatiin sukkuumame kudhan keessaa harka lamaa,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Dardara san woliin kennansa midhaanii bullaan dansaan kiiloogiraama sad ta zayitii ejersaatiin sukkuumante, korbeessa hoole'ee san woliin bullaa dansaa ta zayitii ejersaatiin sukkuumante kiiloogiraama lama,