Numbers 29:30 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan kana, waan guyya qaraa baasani kaani ch'ufa woliini baasa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ciincaan kennaa midhaanii ka mirgoole'eef korbeeyyii hoolotaa ka korbeeyyii hoolotaa ka woggaa tokkoo ka kennaa midhaaniitii fi ka waan dhuganiitiin dhiyaatu akka seeraatitti,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Dardaroota san, korbeeyyii hoole'eetii fi buruusoo korbeeyyii hoole'ee san woliin kennansa midhaaniitii fi kennansa daadhii woyni'ii ka isaanii akkuma seera laakkossa isaaniitiif tumameetitti qopheessa'a.