Numbers 29:33 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan kana, waan guyya qaraa baasani kaani ch'ufa woliini baasa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
kennaa midhaanii, ka mirgoole'ee, korbeeyyii hoola'aatiif korbeeyyii hoola'aa ta mudaa hin qabneef dhiyeessitan akka laakkobsa isaaniitii fi akka seeraatitti
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Dardaroota san, korbeeyyii hoole'eetii fi buruusoo korbeeyyii hoole'ee san woliin kennansa midhaaniitii fi kennansa daadhii woyni'ii ka isaanii akkuma seera laakkossa isaaniitiif tumameetitti qopheessa'a.