Numbers 29:37 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan kana, waan guyya qaraa baasani kaani ch'ufa woliini baasa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kennaa midhaaniitii fi ka waan dhuganii ka isin mirgoolee'e, korbeessa hoola'aa tokkoo fi korbeeyyii hoola'aa ta mudaa hin qabne ta woggaa tokkoo akka laakkobsa isaaniitii fi akka seeraatitti dhiyeessitan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Dardara san, korbeessa hoole'eetii fi buruusoo korbeeyyii hoole'ee san woliin kennansa midhaaniitii fi kennansa daadhii woyni'ii ka isaanii akkuma seera laakkossa isaaniitiif tumameetitti qopheessa'a.