Numbers 29:39 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tunini aada waan gubani Waaqaa baasanifi mid'aani Waaqaa baasanitifi, daad'i baasanifi, sorio wold'ageeti ta AABBO Waaqaa baasani guyya isani jila tolfatani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Kennaan kunniin hennaa silatii qabdaniif kennaa fedha keessaniin fiddaniin alatti kennaa midhaaniitii fi ka waan dhuganii ciincaa fayyinnaa keessan hennaa ayyaanteffattan Rabbii dhiyeessaa'a.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Isin jila teessan ta beekkante irratti, waan waadaa galtanee fi kennansa fedhii teessaniin dhikeessitanu irratti dabaltanee kennansa keessan ka gubamu, kennansa keessan ka midhaanii, kennansa keessan ka daadhii woyni'iitii fi kennansa keessan ka tokkumma'aa ana Mootii Waan Maraatiif qopheessa'a» jedhe.