Numbers 29:6 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan kana baasa, ammalle waan kana woliini sagale guyya baatini d'alattu ch'ufa gubani baasanifi sagale guyya ch'ufa gubani Waaqaa baasanifi daad'i baasanile baasa. Wonti gubani baasani kunini ch'inch'a AABBO Waaqaa gammachiiftu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Jalqaba ji'aa ciincaa ciincawuu fi kennaa midhaanii, kennaa hennaa maraa dhiyaatu, kennaa midhaaniitii fi ka waan dhuganiitiin ala akka seera isaaniitiin kennaa urgaawaa ibiddaan Rabbii dhiyaatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kun kennansa midhaaniitii fi kennansa daadhii woyni'ii ka isaan woliin dhikaatu woliin akkuma seera tumameetitti kennansa gubamu ka guyyuma guyya'aa fi ji'uma ji'aan dhikaatutti dabalamanee, kennansa ibiddaan gubamu ka foolee dansaa qabu ka ana Mootii Waan Maraa gammachiisu.