Numbers 29:9 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Dargaye daakhani, ta d'ad'ani wolti makhanile, baasa: kilo sadi jibicha korma suni woliini, kilo lama elemo kaani woliini,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kennaa midhaaniitiif daakuu mishaa dhadhaa ejersaatiin sukkuumame jibicha tokkoo fi daakuu mishaa dhadhaa ejersaatiin sukkuumame kudhan keessaa harka sadihii korbeeyyii hoola'aatiif,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Dardara san woliin kennansa midhaanii, bullaan dansaan kiiloogiraama sad ta zayitii ejersaatiin sukkuumante, korbeessa hoole'ee woliin bullaa dansaa ta zayitii ejersaatiin sukkuumante kiiloogiraama lama,