Numbers 3:1 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tunini ilmaani Harunitifi ta Musa, gaafa AABBO Waaqi gaara Sinai gubbati Musani dubbate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa Rabbi gaara Siina'aa irratti Muuse'etti dubbatu horteen Aarooniitii fi Muuse'ee kana ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa gaara Siina'aa irratti yennaa Muuse'etti dubbate, maatiin Muuse'ee fi Aaronii isaan kana.