Numbers 3:10 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammalle Harunifi ilmaani isaa ka atini qaalole tolchite, ha huji suni hojatani; nama d'ibi ka huji suniti d'iaatu ha ijeesaniti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Aaroonii fi ijoollee Aaroonii muudi; isaanillee gadummaa ufii haa eeganii; namni biraa yoo itti dhiyaate haa ajajjeefamuu»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Aaronii fi ilmaan isaa akka hujii hayyumma'aa hujanuuf ati isaan muudi. Nami dhibiin addee woyyittii bira yoo dhikaate ammoo ijjeefamuu ti» jedhe.