Numbers 3:12 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri gosa Lawi amma kiyya. Gaafa anini angafa worra Misiri ch'ufa hobaase, anini ilma angafa ka worra Israeli ch'ufafi waan horini worra gorooruma d'ale ch'ufa fohad'e qulqulleese. Amatana fulla angafa Israeli anini ya worra Lawi fohad'e fud'ad'e: Worri kiyyuma. Anini AABBO Waaqa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Ijoollee Israa'elii biratti waan hangafa dhalatu maraa ijoollee Israa'elii keessaa Leewwota fudhadheera.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Kunoo ani Israa'eloota keessaa addee ilma angaficha kennansa fudhadhu, Israa'eloota mara keessaa ani Lewwoota fudhadheera. Tanaaf, Lewwooti kiyya.