Numbers 3:19 — Compare Translations

2 translations compared side by side

Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ijoollee Qa'aatii akka gosa isaaniitiin Imbaaraam, Yisi'aar, Keebroonii fi Uuzi'eel;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maqaan ilmaan Qehaatii akka fira fira isaaniititti Amraam, Yizhaar, Hebroonii fi Uzii'el.