Numbers 3:26 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
golla naabo Waaro Woyyumatiifi waan aka mesa ka sorio irati baasani marsufi, golla balbala naabo sunile jabeesani qorqoratani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
golga hulee daasee wol gayi'ii, naannaya hulee waa irra dhayanii, golga wol gayi'ii, naannaya hulee ciinca'aatii fi bakka itti bayan, haada hulee sanitti tajaajilamaniin maraa hin eegan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
gollaa badhinna dalleya keessaa, gollaa badhinna dalleya keessaa ka adaala dunkaanii dhugaa bayaatii fi addee ciinca'aa, wodaroota isi'ii, hujii waan kanaan wol qabatte maraayyuu eegiisaaf itti gaafatamummaa qaban.