Numbers 3:36 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hujiini worra kanaa kennani, aka utuba Waaro Woyyumatiifi waan ira dadagalchaniifi waan jala d'ad'abaniifi waan woltiini d'aabani jabeesani qorqoratani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
wonti ijoolleen Meeraarii eeddu cufanaa balbala daasee bulti'ii,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ilmaan Meraarii mikikkila dunkaanii dhugaa bayaa, danqaraa, utubaa, miila utuba'aa, hujii waan kanaan wol qabate mara,