Numbers 3:37 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammalle hujiini d'ibiini worri hojatu, aka utuba naabo alaatifi waan inni ira ejaanjufi d'isa naabotiifi haada isiile jabeesani qorqoratani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
loosaa isaa, utubaa'a, miila isaatii fi meeshaa maraa waan ittiin tajaajilan, mana utubaa naannaya hulee itti bayanii dhaabatu miillan isaa, xiribba'aa fi haada hidhaniin fa'a eegan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
utubaa badhinna dalleya keessaatitti naannowaneeranu, miila utubooti dhaabbatanu woliin, chikaala'aa fi wodaroo dunkaani'ii eegiisaaf muudamane.