Numbers 3:38 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Musafi Harunifi ilmaani isaa Waaro Woyyuma dura gara ilaboru qubatani. Hujiini worra aka Fulla Qulqullooti aada worra Israeliti tolchani. Nama d'ibi waan kanati d'iaatu inijeesani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worri daasee wol gayi'ii afoo gara baya biiftu'uutitti daasee bulti'ii afo'otti quphatan Muuse'ee fi ijoollee Aarooniiti; isaan mana woyyuu ijoollee Israa'eliitii eegan; yoo namni biraa dhufe hin ajjeefama.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Muuseen, Aaronii fi ilmaan isaa dunkaanii dhugaa bayaa san karaa aduun baatuun Dunkaanii Woldeenna'aa dura gara ila boru'uutiin qubatanuu ti. Isaan Israa'eloota bakka bu'anee addee woyyittii eegiisaaf itti gaafatantoota. Nami dhibiin ka itti dhikaate ijjeefamuu ti.